Fayyadamaa interneetii

Marsaaritii Dawwaane Kompitaraa keenya irraa Olkaa’u (saving)

-Marsaariiti tokko ergaa dawwaane booda marsariticha irraa odeeffannoo arganee kompitara keenya irraa olkaa'u yoo barbaane, kanas karaa salphaan gochuu ni dandeenya.
1)Mosaajii itti fayyadama Interneeta keenya guuba isaa irraatti kan argamuufi File kana jedhu cuqaasi. Itti ansuudhan tarreeffamma nuf dhufan keessa save page as kan jedhu irraatti cuqaasi .

2) Itti ansee sanduuqa qeeqaa nuf dhufuu keessatti bakka marsaritichi ta’uu filaachun save kan jedhu irraatti cuqaasu.

Yeroo kanatti deetawan marsaticha irraa jiran hunduu (barreeffamoota, faakkiiwwan) bakka marsatichi akka ta'uu filane keessatti cuuftu tokko keessatti ta'e argana.

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Ads Blocker Image Powered by Code Help Pro

Ads Blocker Detected!!!

We have detected that you are using extensions to block ads. Please support us by disabling these ads blocker.

Powered By
Best Wordpress Adblock Detecting Plugin | CHP Adblock
error: Content is protected !!
Scroll to Top
Verified by MonsterInsights