Fayyadamaa interneetii

Tajaajilaa sagalee Interneetii fi Skype

Waa'ee maaalumma Skype fi itti fayyaadama isaa dubbaachun duraa waa'ee tajaajila sagalee interneetii qabxiiwwan tokko tokko kaasun waliin mari’achuun nu barbaachiisa. Voip- voice over Internet protocol kan jedhamu kun walqunnamtii sagalee, suura fi maltimidiyaa kkf sarara bilbilaa alaatti walqunnamtii interneetii wabeeffachuun fayyaadama teknoolojii nu dandeesisudha. Teknoloojii kana wabeeffachuun mosaajota moobayilaa fi kompitaraa garagara fayyaadama walqunnamtiiwwan sagalee, suura irraas darbee fayiloota garagara salphumatti waljijjiru ykn walii erguu akka dandeenyu kan nu taasisudha. Mosaajota kanneen keessa muraaasni Skype, viber,Zoom, Imo,Dunimbus kkf. Nuti ammaaf Skype fayyaadamun hojiiwwan armaan oliitti ibsaman akkamitti fayyaadamu akka dandeenyu waliin ilaala.

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Ads Blocker Image Powered by Code Help Pro

Ads Blocker Detected!!!

We have detected that you are using extensions to block ads. Please support us by disabling these ads blocker.

Powered By
Best Wordpress Adblock Detecting Plugin | CHP Adblock
error: Content is protected !!
Scroll to Top
Verified by MonsterInsights