Inni kun immoo omisha Dhaabata Mozilla corporation yoo ta'u Mozilla fayyadama interneeta yoo ta'u yeroo gababaa as Afrikaa irraas darbee biyyaa keenya keessatti baa'ina fayyadamtoota hedduu kan qabu mosaajii fayyadama interneeta ta'uu dande'era. Itti fayyadamaf salphaa fi saffisanis internet explorer irraa foyya'a akka ta'e ni himamaf.
Kutaale duratti internet explorer irraatti ilaale iddoowan hojmataa hunduu mozilla Firefox irraattis ni argamu. kabala tokko tokko isaanii ibsaa duraatti internet explorer irraatti kenname ilaalu ni danda'ama.