Fayyadamaa interneetii

Teesso Akkawuntii email keenya keessa seenu

Ammaa teesso dhunfaa email ni qabdan waan ta’eef Kompitaraa barbaadan irraatti kutaa aduunya kamuu teessanii email fayyaadamu ni dandeessu. Kanafis akkawuntii email dhunfaa keessanii keessa seenutu isiinirraa jiraata. Kana gochuufis

1) Jalqaaba mosaajii itti fayyadama interneeta banuudhan teesso barreessa irraatti www.google.com jechuun barreessa. Itti ansuudhan gabatee cuqoo keessan irraa enter dhiibi..

2) fuulli jalqaaba Google yoo isiiniif dhufee Saaqii seeni kan jedhuu cuqaasi. saaqii seeni jechuun gara Akkawuntii dhuunfa kiyyaa seeni jechuudha.

3) Ammaa Google fuula seensa jalqaaba fide jira. Ammaa fuula dhufe irraa akkuma faakkii armaan gadii irraatti argamuu odeeffannoo keessan galcha. Teessoo email amma qabdu galchu Next cuqaasi.

Jecha icciitii keessan barreessuudhaan Next kan jedhu cuqaasaa. Yoo jecha icciitii Google ykn Gmail dagattan, qabduu Forgot password? jedhuu cuqaasaa.

4) Raawwatame. Amma suuraa piroofaayilii Google keessanii golee mirgaa irratti arguu dandeessu. Yoo Google irraa bahuu barbaaddan suuraa profile Google keessanii cuqaasuun achirraa Cufii ba’i filadhaa.

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Ads Blocker Image Powered by Code Help Pro

Ads Blocker Detected!!!

We have detected that you are using extensions to block ads. Please support us by disabling these ads blocker.

Powered By
Best Wordpress Adblock Detecting Plugin | CHP Adblock
error: Content is protected !!
Scroll to Top
Verified by MonsterInsights