Fayyadamaa interneetii

Teessowaan garagara Akkawuntii gmail keenya keessa olkaa’u.

Hojiin kun kallattidhaan bilbila mobaayila keenya irraatti gonuu wajjiin walfakkatadha. Bilbila moobayila keenya irraatti fayyadoo ykn kan hin barbachifne jenne lakkoofsa bilbila nama akkuma olkennuu Akkawuntii gmail keenya irraattis baay'ina kan itti fayyadamnufi gara fulduratti nu barbaachisa jenne teessowwan barbaannu olka'uu ni dandeenya. Kunis gara fulduratti ergaawwan email yemmuu erginuu hojii nuuf salphisaa. Kana gochuufis.
  1. Akkawuntii gmail keenya irraatti contacts kan jedhu irraatti cuqaasun, sana booda fuula nuuf dhufuu irraatti Add new contact kan irraatti cuqaasaa.

Yeroo kanatti gmail akkawuntii keenya keessatti teesso email haarawa ka’uudhaf ta’uu waan hubatuuf odeeffannoo keenyaf foormii guuchisisa nuuf fida. Formii kana irraatti maqaa , teesso email fi odeeffannoowwan barbaachiso ta’an biroo galchi.

3) Barbaachisa yoo ta’ee lakkoofsa bilbila, bakka hojii , maqaa mana hojii fi odeeffannoowwan biroos galchuu ni dandeenya. Odeeffannoowwan kaneen galchine ergaa geessine booda akkuma fakkii armaan olii irratti mul’atu save kan jedhu cuqaasaa.

4) Haaluma kanaan teessowwan email barbaachisoodha jennu akkawuntii gmail keenya keessatti olkaa’u dandeenya.

Teessowwan e-mail karaa kanaan keenne akkamitti baasudhan hojii keenya salphisuu dandeenya haa ilaalu. Haaluma kanan dura ilaalen ergaa email harawaa erguudhaf yoo barbaannefi bakka teesso email fudhaata irraatti teessoo e-mail barbanu barreessuu. jalqaba irraatti akkawuntii gmail keenya keessatti teessowwan email keenye( olka’ame) hundaa nuuf fida. Teesso email barbaanu irraatti cuqaasun salphumatti teesso fudhaata galchuu dandeenya.

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Ads Blocker Image Powered by Code Help Pro

Ads Blocker Detected!!!

We have detected that you are using extensions to block ads. Please support us by disabling these ads blocker.

Powered By
100% Free SEO Tools - Tool Kits PRO
error: Content is protected !!
Scroll to Top
Verified by MonsterInsights