Ergaawwan email nuu barbaachifnee balleessu (trashed)
Akkawuntii gmail keenya keesaatti ergaawwan email baay’een kan ergaaman ykn kan nuti erginee jiraachu danda’u. Ergaawwaan kanneen yeroo boodatti balleessu yoo barbaane tarkanfii itti aanu hordofuu dandeenya.
- Ergaan nuti balleessu barbaanu kan nuuf ergaame keessa yoo ta’ee Inbox irraatti cuqaasi, ergaa nuti namaf ergine yoo ta’e immoo sent hammaattu jedhu irraattis cuqaasun yeroo kanattis hammaattuu kana keessa ergaawwan email nuuf tarreeffamu.

- Ergaa email balleessu barbaane ykn ergaawwan fulduratti kan argamttuu mallattoo Rogaa Afre irraatti cuqaasun sana booda gara oliitiin Delete kan jedhu irraatti cuqaasi.


Haaluma kanaan ergaawwan e-mail barbaachiso hin taane Akkawuntii keenya keessa balleessu ni dandeenya.
