Nama hin barbaane tarreeffama hiriyaa Skype keenya keessa Balleessu
Akkuma hiriyoota haraawa barbaane tarreeffama keenya keessa galchine namoota hin barbaane tarreeffama hiriyaa Skype keenya keessa Balleessu dandeenya. Kana gochuufis:

1) nama dhowwuu(block) barbaanu tarreeffama hiriyaa keessa barbaadunisuma irraatti cuqaaasi. 2) Akkawuntii Skype keenya menu bar irraatti conversion kan jedhu cuqaasun tarreeffamawwan dhufan keessa block kan jedhu cuqaasi.
Account Skype keenya keessa Bahuu
Kanaafu akkuma armaan ollitti ilaale Skype fayyaadamun namoota garagara wajjiin barreeffamas haa ta'uu walqunnamtii sagalee /suura salphumatti gochuu dandeenye jirra. Kitaabni kun maxxaanfame hanga bahetti tajaajilonni kunneen kaffaltii irraa bilisadha. Hojii Skype hojjachuuf gara account keenya Akkuma seene hojii keenya yoo geessine account keenya cuufne bahuutu nurra jiraata. Kana gochuufis

Akkawuntii Skype keenya menu bar irraatti cuqaasun tarreeffama dhufan keessa sign out kan jedhan cuqaasi.
