Fayyadamaa interneetii

Akkawuntii Twitter Keenya Keessa Seenu

Gara account Twitter keenya seenuf:-

1) Kompitaraa keessan irraa mosaajii fayyaadama interneetii tokko banuun bakka barreessa teeso irraatti www.twitter.com jechuun barreessu. Itti ansuun gabatee cuqoo keessan irraa enter dhiibi. Faakkii irraatti akkuma mul’atu odeeffannoo keessa ergaa galchitan booda Log in kan jedhu irraatti cuqaasi.

2) Itti ansuun fuula nuuf dhufuu irraatti account dhuunfa keenya yoo ta’uu bakka kana irraatti ta’uun tweetota namoonni biroo barreessu ykn yaada mata keenya tweet gochuu dandeenya.

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Ads Blocker Image Powered by Code Help Pro

Ads Blocker Detected!!!

We have detected that you are using extensions to block ads. Please support us by disabling these ads blocker.

Powered By
100% Free SEO Tools - Tool Kits PRO
error: Content is protected !!
Scroll to Top
Verified by MonsterInsights