Ergaa Walqunnamtii Barreeffama Skype Taasisu
Hiriyoota Skype keenya wajjiin walqunnamtii Barreeffama gochuun tarii hojii salphoo Skypee keessa isaa tokkodha. Wanti yaadachu qabnu tokko yoo jiraate namni Barreeffaman dubbisuu barbaanu sun yeroo wal fakkaatatti akkuma nuhi akkawuntii Skype isaa keessa seenu irraa jiraata (online ) ta'uu qaba. Skypee'n hiriyoota keenya online ta'an hundaa mallattoo magariisa godhee nutti agarsiisa.
1) Hiriyoota Skype tarreeffama keessa online kan ta'ee fi maqaa nama Barreeffaman dubbisun barbaanu irraatti cuqaasi.
2) Itti ansuun Skype'n nama filane wajjiin walqunnamtii Barreeffama fuula itti gonu nuuf fida. Sanduuqa nuuf dhufu keessatti Barreeffama ergaa barreessine gabatee cuqoo keenya irraa enter kan jedhu dhiibuun walqunnamtii Barreeffama rawwaachu ni dandeenya.
Related