Fayyadamaa interneetii

Skype’n walqunnamtii Gamtaa Gochuu

Hojii biraa Skype irraatti wanti hojjeechu dandeenyu yoo jiraate hiriyoota keenya baay'ee wajjiin Barreeffama waliinii ykn walqunnamtii sagalee gochuudha. Kunis namoota tokko ol ta'aniin altokkotti dhimmoota garagara irraatti hunda'uun hirmaachisuun marii'achiisu nu dandeessisa. Kana gochuufis
1) gamtaan hasa'uuf hiriyoota barbaanu tarreeffama keessa hantuttee keenyan harkisuu gara bakka tarree irraa fudhaanna.

Hubachiisa

namoonni gamtaadhan dubbisuu /hasoosfsisuu barbaannu hunduu online ta’uu qabu.

2) Namoota hanga barbaanu fudhaane ergaa geessine karaa walqunnamtii filaane jalqaabu ni dandeenya. Kanaan booda walqunnamtiiwwan Barreeffama ta'ee sagalee hunduu miseensota hundaaf kan Mul'atan ykn kan dhaga'aman ta'a jechuudha.

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Ads Blocker Image Powered by Code Help Pro

Ads Blocker Detected!!!

We have detected that you are using extensions to block ads. Please support us by disabling these ads blocker.

Powered By
Best Wordpress Adblock Detecting Plugin | CHP Adblock
error: Content is protected !!
Scroll to Top
Verified by MonsterInsights