ODEEFFANNOOWWAN MARSARIITI GARA KOMPITARAA KEENYATTI WARAABU( copying)
- Marsaariti daawwane irraa odeeffannoo argane keessa barreeffama hanga murtaa'e gara kompitara keenya waraabu (fudhaachuu)ni dandeenya..

1. Jalqaaba irraatti baarreeffama marsariticha irraa warabuu barbanuu ni filana. Bakka barreeffama barbanu filane ergaa xumuree booda isuma irraatti mirga cuqaasi sana booda booda tarreeffamawwan nuuf dhufan keessa isaa copy kan jedhu irraatti cuqaasi. 2) Itti ansuun barreeffamicha sagaanta kompitara keessan irraatti fudhaachuu barbaaddan banu.
FKN. Microsoft word kanaan booda sagaanta haraawa banee irraatti bakka dawwaa barbaadun mirga cuqaasun tarreeffamoota dhufan keessa paste kan jedhuu irraatti cuqaasi.

Haaluma kanaan odeeffannoowwan interneeta irraa argane kammiyyuu gara kompitara keenya garagalchu(waraabu)ni dandeenya. kanaan booda kompitaraa irraa walqunnamtii interneeta osoo qabachuu bannes(hin jire) odeeffannoo kana kompitara keenyarra waan arganuuf yeroo nuti toletti laalu ni dandeenya.

