Fayyadamaa interneetii

Namoota birootiif Ergaa email erguu

1) Akkawuntii email dhuunfaa keenya keessa ergaa seene booda compose kan jedhu irraatti cuqaafna.

2) Itti ansuun fuula email haraawa irraatti barreessinu nuuf fida. Akkuma faakkii armaan gadiitti mul’atutti odeeffannoowwan ni galchina.

3) Akkuma armaan ollitti ilaaletti odeeffannoo email keenya ergaa galchine geessine booda send kan jedhu irraatti cuqaasaa.

4) xumuree jirra. kana males Salphumaatti ergaa email erguu dandeenye jira.

Ergaan imeelii ergamu gmail jalatti message sent barreeffama jedhuu fiduudhan nuuf mirkaneessa.

Ibsa armaan ollitti godhame email erguun akkamitti salphaa ta'ee laalu dandeenye jirra. Kanatti ansee immoo email erginuu caalmatti dubbifama akka qabatuu gochuuf hanga barreeffama halluu fi sirreeffamoota biroo akkamitti akka gochuu ilaala. Kana gochuufis armaan ollitti namoota birootiif email haraawa yoo erginu hojii hojjane akkkuma jirutti ta'e send jechuuf hangi murta'ee yoo nuu hafuu hojiiwwan kanneen keessa galchina.

1) Bakka barreessa email irraatti ergaa barbaaduu barreessine ergaa geessine booda barreeffama jala sararuun barbaanu filana.

2) Itti ansuun barreeffamicha bakka barreessine ollitti meeshaale jiranitti fayyaadamun halluu barreeffamoota, hanga akkasumas tools midhaagso birootti fayyaadamun barreeffama keenya caalmaatti dubbifama akka ta’uu gochuu dandeenya.

Halluu jijjiruu, hangaa barreeffamicha dabaluun irraa darbee tartiiba lakkoofsa fi karalee midhaagso biroo ergaa fayyadamne booda ergaa keenya erguu ni dandeenya.kkuma faakkii armaan olii irraatti Mul’atu meeshaale garagaraa fayyaadamun barreeffama keessa caalmatti dubbifama fi hawwaata gochuu dandeessu.

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Ads Blocker Image Powered by Code Help Pro

Ads Blocker Detected!!!

We have detected that you are using extensions to block ads. Please support us by disabling these ads blocker.

Powered By
100% Free SEO Tools - Tool Kits PRO
error: Content is protected !!
Scroll to Top
Verified by MonsterInsights