Fayyadamaa interneetii

Ergaa email nuuf ergaame nama biraatiif erguu (Forword)

Akkuma mata duree irraa hubanutti kutaan meeshaale kana immoo ergaa email nuuf ergamee dubbifnee ergaa geessine booda nama nuuf ergeef deebii kennuu osoo hin taane ergicha nama biraatiif erguu yoo barbaanne kan ittI fayyaadamnudha. Kutaa kana yeroo itti fayyadamnutti bakka fudhaata irraatti teesso barreessu nurra egaama. haa ta’uu garuu ergaa jalqaaba barreessun nurraa hin eeggamuu.

1) Ergaa nuuf ergame dubbisne ergaa geessine booda Forward kan jedhu irraatti cuqaasi. Yeroo kanatti gmail bakka teesso fudhaata duwwaa godheefi bakka ergaa jalqaaba barreessa irraatti ergaa duraatti dubbifnee barreesse (galchee) fuula ergaa email haraawa nuuf fida.

2) Fuula ammaa nuuf dhufee irraatti bakka teesso fudhaata keessatti teesso fudhaata barreessine (namoota baay’eef erguu yoo barbanes bakka teesso barreessa irraatti CC fayyaadamu dandeenya ) dhumarrattis Send kan jedhuu cuqaasun ergaa nuuf dhufe namoota birootiif erguu dandeenya.

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Ads Blocker Image Powered by Code Help Pro

Ads Blocker Detected!!!

We have detected that you are using extensions to block ads. Please support us by disabling these ads blocker.

Powered By
100% Free SEO Tools - Tool Kits PRO
error: Content is protected !!
Scroll to Top
Verified by MonsterInsights