Microsoft outlook fayyaadamun Ergaa e-mail Erguu
Ammaa odeeffannoo teesso e-mail keenya outlook dhaf himnee jirraa kanatti ansee ergaawwan e-mail keenya erguu ni dandeenya. Kana gochuufis

1) Sagaanta outlook irraa new email kan jedhu cuqaasi.
2) Fuulli itti anee nuuf dhufu kun ergaa e-mail haraawa kan erginuun yoo ta’uu akkuma faakkii armaan gadii irraatti mul’atu odeeffannoo keenya galchinee ergaa geessine booda Send kan jedhu cuqaasi.Haaluma walfakkaatan ergaawwan e-mail nuf dhufan hammaattu inbox irraatti cuqaasun dubbisuu ni dandeenya.
