Fayyadamaa interneetii

Mala barbaada ( search engines)

 Internetii yemmuu fayyaadamnu wanta kammiyyuu caala itti tajaajilamu keessa search engine tarii haaldure tokkoffaa irraatti wantoota ta'uu danda'anidha. Waa'e dhimmaa kammiyyuu beekkuu barbaadanii marsaaritoota kana biraa yoo dhuftaan barbaadani wanti dhabdan hin jiruu. Tarii marsariitota kana irraatti barbaacha yemmuu gootanitti karaa barbacha yoo taasiftan karaa barbaacha yoo itti hin beekin rakkisaa ta'uu danda'a. Barnoota kana irraatti waa'ee kana bal'inaan waan  ilaaluuf humaa hin yaadina. Barbaacha xiqqaa jedhamu irraa kaase hanga hojiiwwan gurguddoo walduraa duuban ilaala. Marsaaritota kanneen fayyaadamu teesson marsaaritii garagara ,barreeffama dhimmoota gara gara irraatti barreeffaman , suurawwan kartaawwan ,oduu mosaajota mobaayila fi kompitaraa garagara argachuu dandeenya. Maarree marsaaritoonni search engine kunneen gosaa fi baay'inaan kan nuuf qophaa'an yoo ta'u isiin na fayyaada, itti fayyaadamafis salphaadha kan jettan fayyaadamun hojii keessan raawwachuu ni dandeessu. Hojii barbaacha kanaf marsaaritoota kanneen keessa muraasa ibsuuf.
  • www.google.com
  • Www.bing.com
  • Www.ask.com
  • Www.altavista.com kkf….
walumagalatti marsaaritoonni kunneen hojmataa mataa isaanii ta'eefi garagaruuma qabaatanis wanti guddaan fi dhimmi tokko isaan godhuu garuu marsaaritoonni hunduu odeeffannoo barbaanu kompitaroota interneeta irraa jiran irraa barbaadanii gara kompitaraa nuti irraatti fayyaadamnuutti fiduu isaaniiti.

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Ads Blocker Image Powered by Code Help Pro

Ads Blocker Detected!!!

We have detected that you are using extensions to block ads. Please support us by disabling these ads blocker.

Powered By
Best Wordpress Adblock Detecting Plugin | CHP Adblock
error: Content is protected !!
Scroll to Top
Verified by MonsterInsights