Marsaaritii Caancala (tabs) garagaratiin ykn foddaa garagara irraatti banuu
Mosaajii itti fayyaadama interneeta tokko ergaa bannee booda teesso marsaaritti dawwaachu barbaanu barreessun caalatti yeroo keenya quusachuuf altokkotti marsariiti tokko ol karaale dawwaachuu dandeenyu nuuf qophaa'e jira. Kana gochuufis filannoowwan lama qabna.
I) Mosaajii itti fayyadama interneeta banuun jalqaaba marsaaritii irraatti daawwacha ture irraatti irraa deebi'uun banuufi foddaa biraa baname irraatti teesso foddaa harawaa banuufi.
II) Mosaajii fayyadama interneeta irraatti fayyadama irraa file kan jedhu yoo cuqaasnu tarreeffamoota dhufan keessa new window kan jedhu cuqaasi.

Mosaajii itti fayyadama interneeta marsariiti duraa dawaacha turtan irraatti caancala hedduu banuufi caancala dhufan irraatti teesso biraa barreessu. Kana gochuuf
1) Jalqaba caancala haraawa banuuf mallattoo “+” irraatti cuqaasu qabna.

2) Ammaa tab nuf dhufe irraatti marsaariti isaa lammaaffa barreessu dandeenya.

Kanaafu haaluma kanaan caancala hedduu banuun caancala tokko tokko isaanii irraatti teesso marsaaritii garagara ergaa barreessine booda caancala tokko irraa gara caancala biraa cee’udhan altokkotti marsaale hedduu dawwaachuu ni dandeenya.
