Teesso marsaaritii Fayyadoo ta’an olkaa’u (Bookmark)
Marsaalee yemmuu dawwaanu ilaale baay’ee fayyaado kan jennenefi yeroo biraatti irraa deebine teesso marsaale laalu barbaanu moosajii fayyaadama interneetii keenya irraatti galmeessine olkaa’uudhan (Bookmark gochuun) barbana ta’a. Hojiin kun baay’ee fayyadoo fi dhimmaa baay’inan itti fayyadamu qabnuudha.
1) Teesso marsaritii galmeessine kaa’u barbaannu irraatti teenye gubarratti bookmark kan jedhu cuqaasi. Itti ansuudhan tarreeffamawwan dhufan keessa bookmark this page kan jedhu irraatti cuqaasu.

2)Itti ansuun sanduuqa odeeffannoo guuta keessatti yoo barbaane maqaa marsariticha barreessu yoo ta’uu baate kan barreeffame akkuma jirutti qabduu done kan jedhu cuqaasi.

3) Ammaa teesson marsariiti kana kompitara keenya irraatti galmaa’e jira. Gara fuulduratti gara marsaariiti kana deemu yoo barbaanne akka harawaatti teesso isaa barreessun nurraa hin eegamu, gubaarratti Bookmark kan jedhu irraatti cuqaasun tarreeffamawwan nuuf dhufan keessa maqaa marsaaticha irraatti cuqaasu dandeenya.

