Fayyadamaa interneetii

Suura Skype Keenya Jijjiruu YKn Akka haraawatti Galchuu

Skype yemmuu fayyadamamnu namoonni enyuumma keenya salphumatti adda baafachuu akka danda'aniif suura dhunfaa keenya galchuudhan ykn duratti galchine yoo jiraate yeroo gabaaba booda jijjiruun barbaachisadha.
1) Akkawuntii skype keenya menu bar irraatti cuuqasi. tarreeffamawwan dhufan keessa profile kan jedhu cuuqasi. Itti ansuun change your picture kan jedhu filadhu.
2) Itti ansuun fuula nuuf dhufu irraatti Open kan jedhu cuqaasun suura keenya kompitaraa keenya irraa barbaanne galchuu ni dandeenya.

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Ads Blocker Image Powered by Code Help Pro

Ads Blocker Detected!!!

We have detected that you are using extensions to block ads. Please support us by disabling these ads blocker.

Powered By
Best Wordpress Adblock Detecting Plugin | CHP Adblock
error: Content is protected !!
Scroll to Top
Verified by MonsterInsights