Odeeffannoowwan marsariiti maxxaansu (printing)
Akkuma armaan olitti odeeffannoowwan interneeta irraa arganee gara kompitaraa keenya irraatti waraabu akkuma dandeenyu, barbaachisa ta'ee yoo argamee waraabu irraa kallattiid
1) Barreeffama marsaticha irraa maxxaansu barbaanu ni filana. Bakka barreeffama barbanu filane ergaa xumuree booda mosaajii fayyadama interneeta gara gubbaa irraatti kan argamu fi Qabduu File jedhu irraatti cuqaasi. itti ansuun tarreeffamawwan nuuf dhufaan keessa print kan jedhu irraatti cuqaasi.
2) Itti ansee sanduuqa ajaja mashina nuuf dhufu irraatti maqaa mashinicha filachun qabduu ok kan jedhu irraatti cuqaasi.
Related