wixina (Draft)
Darbee darbee namoota birootiif email erguuf ergicha barreessu jalqabne yoomasan ergicha erguu barbaadu dhabuu dandeenya. Kunis ta’uu kan danda’e tarii ergaa emailicha irraatti odeeffannoo galuu qabuu yeroodhaf argachuu yoo dhabne ykn yaadota dabalaata itti dabale gara booda irraatti erguuf yoo yaadne fi kkf ta’uu danda’a. Ergaan yeroo kanatti jalqabne turee sun hammattu Draft keessatti akka nuuf ta’uu gochuudhan ergicha yemmuu erguu yoo barbane ergaa jalqabi ka’ame banuudhan sirreeffama ergaa galchine booda erguu ni dandeenya. Kana gochuufis:-
1) Ergaa jalqabi akka nuuf ta’uu hanga barbaanu ni barreessina. Kanattis ansuun save & close kan jedhu cuqaasaa.

2)Yeroo kanatti gmail ergicha nama ilaalatuf erguurra hammattuu Draft keessatti nuuf ka’a. Ruqaa (wixinee) jalqabi ergaa laaluf ykn kan hafe guutuu taasifne erguu yoo barbaanne hammaattu Draft jedhu cuqaasun jalqaabi ka’ame argachuu ni dandeenya.
Ammaa ergichaa erguu yoo barbaanne mata duree ergicha nuuf ka’ame irraatti cuqaasun sirreeffama gochuun erguu ni dandeenya.
Wiixinee Email Addaan Kutuu
– Ergaa email barreessu jalqaabne haammattu Draft keessatti ka’uun irraa gonkuma addaan kutuu ykn balleessu.

1) Bakka ergaa barreessa gara gadiitti kan argamuufi Discard draft kan jedhu irraatti cuqaasi. Yeroo kanatti gmail wixinee email keenya addaan kutuuf akka ta’ee waan hubatuuf yoomasan haqa.
