Fayyadamaa interneetii

Miseensa Skype ta’uu

Hanga ammatti Akkuma gocha turre tajaajila Skype guutu argachuuf akkawuntii Skype keessatti galmaa'u qabna. Kana gochuufis.

1) kompitaraa keessan irraa Sagaanta Skype barbaadun bani.

2) Itti ansuun sagaanta Skype irraatti create one! kan jedhu irraatti cuqaasi.

3) Yeroo kanatti Skype galmee haarawa adeemsisuuf akka barbaadan waan hubaatuf formii itti anuu nuuf fida. Akkuma faakkii armaan olii mul'atu odeeffannoo keessan galchuun next kan jedhu irraatti cuqaasi.
4) Ammaa fuula galmee Skype isaa dhuma irraa geenye jirra. Fuula kana irraattis Akkuma faakkii armaan gadii irraatti mul'atu odeeffannoo keessan galchuun sign in kan jedhu irraatti cuqaasi.
5) odeeffannoon galchitan sirri ta'ee yoo argamee Skype akkawuntii haraawa isiinif uuma. Kanas mirkanneessuuf Fuulli itti anuu isiinif dhufa.
Kanaafu haaluma kanaan akkawuntii haraawa Skype uumu ni dandeenya. Itti ansuun maqaa Skype uumne fayyaadamun akkamitti akkawuntii Skype keenya keessa seenu fi hojiiwwan Skype hojjachuun akkamitti akka dandeenyu ilaala.

Akkawuntii Skype keenya keessa seenu (log in)

1. kompitari keessan irraa sagaanta Skype kaasi.
2) Itti ansuudhan sagaanta Skype isiini dhufu irraatti odeeffannoo armaan dura yeroo galmee galchitan maqaa Skype fi jecha darbii barreessun dhumarrattis sign in kan jedhu irraatti cuqaasi.
3) Ammaa gara account Skype dhuunfa keenya seene jirra. Akkuma armaan gadii irraatti mul'atu fuula Skype dhuunfa keenya yoo ta'uu bakka tools Kanas fayyaadamun hojiiwwan Skype garagara akkamitti akka hojjannu ilaala.

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Ads Blocker Image Powered by Code Help Pro

Ads Blocker Detected!!!

We have detected that you are using extensions to block ads. Please support us by disabling these ads blocker.

Powered By
100% Free SEO Tools - Tool Kits PRO
error: Content is protected !!
Scroll to Top
Verified by MonsterInsights