Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
dhakaa
GAO

"dhagaa" ilaalaa.

dhakaraa ma.
GAO

sibiila mukatti kaawwamee yookiin diramee ittiin muka falaxan, bocan; Dhakaraa doomaan muka hinfalax...

dhakkee ma.
GAO

waan Jiraa taasisu, lubbuu; "Silaa dhaapheen lolaa, dhakkeedhaan lama hinqabne."

dhala dabarfachuu go.
GAO

mucaa yookiin dhala godhachuu; Dhala utuu hindabarfatin du'uun nama gaddisiisa. 2.utuu dhala hingodh...

dhala ma.
GAO

1. waan lubbuu qabu, kan garaa namaatii(dubartii)yookiin horiitii, bineensaatii bawu, ilmoo; Dhala o...

dhala malee hafuu go.
GAO

ijoollee yookiin ilmoo utuu hingodhatin barri jireenya namaa darbuu, maseenuu,dhabaa ta'uu.

dhala namaa ma.
GAO

dhala yookiin ilmoo nama biraa, kan dtii kan hinta'in, dhala ormaa; Dhala namaa guddittee akkasumaan...

dhalaa 1 ma.
GAO

dubara(dubra) yookiin nadheen.

Dhalaa 2 ad.
GAO

horii yookiin bineentii daggalaa tan ilmoo garaatti huummachuu dandeessu,dhaltuu,farda dhalaa, hinda...

dhalaanduu
GAO

"dhallaadduu" ilaalaa.

dhalachuu go.
GAO

dhalli garaa keessaa gara alaatti bawuu,ilmoon garaadhaa baatee jireenya lafaa calqabuu; Mucaan siif...

dhalataa ad.
GAO

ilma dhiwoo dhalate. dhalattuu ad. 1. tan dhiwoo yookiin reefuu dhalatte; Mucaa dhalattuu manaa qabd...

dhalchiifachuu go.
GAO

akka ofiif dhalu, baay'atu, horu, w.k.f., gochuu.

dhalchiisuu go.
GAO

akka dhaltuuf gargaaruu; Sa'a gargaaranii jabbii dhalchiisu. 2. horii namaaf liqeessanii dhala akka ...

dhalchuu go.
GAO

nadheen (dhalaa) irraa ilmoo argachuu, uummachuu; Raggaasaan ilma dhalche. 2. liqeeffatanii dabala y...

dhalfa ma.
GAO

hormaata sa'a (horii) dhaltuu. 2.sodaattuu, tan onnee hinqabne; Ilmi dhalti waanuma innoof na'a.

dhallaa ma.
GAO

dhaqna madayee fayye yookiin kan fayyee ammayyuu madaa fakkaatu; Fardi fe'umsaa dugda irraa dhallaa ...

dhallaadduu ma.
GAO

gosa citaa keessi isaa akka hoffaa, kan Jafa dhaqdhaqii qabutti walitti tuuta'ee margu; Warri amanti...

dhaloota haaraa ma.
GAO

namoota bara ammaa; Dhaloonni haaraan kun eenyummaa isaa beeksisuu qaba.

dhaloota ma.
GAO

samummaa qabaatanii garaa haadhaa keessaa bahumsa; Dhaloota namaatu baay'ee nama dinqisiisa; Bara dh...

Sponsors