waan baatan, fe'iisa; Ba'aan baatan dhawaata (suuta) ulfaataa deema.
Yaraa yookiin gadhee kan inta'in, gaarii, tolaa.
gaarii, toltuu (nadheeniif).
sagalee hoolaan yeroo mardhattu dhageessiftu.
humtuu hinjiru, dhume (daa'ima xiqqoof) .
allaattii morma dheeraa garaa jala adii, kan yeroo koola kaasu waan nama sodaachisu fakkaatu; "Waan...
allaattii morma dheeraa garaa jala adii, kan yeroo koola kaasu waan nama sodaachisu fakkaatu; "Waa...
maqaa gosa Orornoo.
"tumsa" ilaalaa.
mootora midhaan daaku.
Konkolaataa gommaa sibiilaa, kan sibiila irra (hadiida ...irraa deemu).
dubartii waan qabduun koortu yookiin boontu.