qubee oromoo kan tarree digdamii tokko irratti argamu.
"huccuu" ilaaiaa.
garaan nama ruurra'a, garaa guddina.
nama garaan afuufame, kan garaan isaa guddaa, ruurrii.
garaan nama afuufamuu, ruurra'uu.
akka uchurraa'u gochuu.
"uchurraa'aa" ilaalaa.
nama (keessumattuu dhalaadhaaf) garaan afuufame, tan garaan isee (ishee) guddaa.
siicoo midhaan nyaatamee kan garaa keessaa gadi bawu.
akka udaanu gochuu.
tan afaan hintollee, tan gadi haasoftu.
dugda hiikkachuu, boolii yookiin garaadhaa of baasuu, haguu. 2. waan bushaayaa, haasaa saragee haasa...
waan ta'e gar malee itti guutuu, cuqqaaluu.
"huddeella" ilaalaa.
"huddeellaa" ilaalaa.
akka huddeellatu gochuu.
"huddeellachuu" ilaalaa.
irratti yookiin dugda duubatti fe'amuu.
akka huddeelu gochuu.
bakka lafeen nafa keessatti wal geessu.