Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
180 Jechoota
R,r
GAO

qubee Oromoo tarree kudha saddeettaffaa irratti argamu.

raabsa ma.
GAO

1. barre ffama, mi'a yookiin waan tokko iddoo tokkoo fuudhanii iddoo biraatti hira, facaasa.

raabsachuu go.
GAO

waan tokko hirachuu, facaafachuu.

raabsamuu go.
GAO

waan tokko iddoo tokkoo fuudhamee iddoo biraatti hiramuu, facaasamuu.

raabsisuu go.
GAO

akka arabsu gochuu.

raabsuu go.
GAO

hiruu, facaasuu; Inni  gaazexaa raabsa.

raacha ma.
GAO

lubbuu xixinnoo bishaan keessa yookiin lafa irraa jiraattu, tan yeroo lafa irra adeemtu ol uutaaltu,...

raacitii 1 ma.
GAO

bukoo qal'aa, kan bukoo haaraa akka dafee bukeessuuf itti makan.

raacitii 2 ad.
GAO

irraa hafaa, kan wayitti hingalle; Namni raacitiin jireenyi isaa akka hinqabu.

raada ma.
GAO

jabbii dhaltuu.

raadiyoo ma.
GAO

mi'a xinnoo kan sagaleen keessaa dubbatu; Raadiyoo Itoophiyaa;  Raadiyoo Ameriikaa;  Raadiyoo Jann...

raadiyoonii
GAO

"raadiyoo" ilaalaa.

raafamuu
GAO

"raasamuu" ilaalaa.

raafuu ma.
GAO

ataakiltii baalli isaa affeelamee buddeenaa wajjin nyaatamu, shaanaa, goommada (goommana); "Jiruu de...

raaga ma.
GAO

dubbii wanti hara si'achii ta'u keessatti dubbatamu, raajii; Abalu raaga dubbata.

raagaa ad.
GAO

namicha dubbii raaga dubbatu yookiin raagu; Mucaan jalaa  dhukkubnaan raagaa bira dhaqe.

raaguu go.
GAO

waan ta'uuf jiru dubbachuu,raajµu.

raajeffachuu go.
GAO

dinqisiifachuu, maalalfachuu.

raajii 1 ma.
GAO

1.waan nama dinqisiisu yookiin maalalchiisu; Gaangeen nidhalte jechuun waan raajiiti. 2. waan fuul d...

raajii 2 ma.
GAO

mi'a dhukkuba dhaqna namaa keessa jiru, fakkeenyaaf dhukkuba sombaa suuraa kaasee himu, agarsiisu; N...

Sponsors