Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
142 Jechoota
N,n
GAO

qubee Oromoo kan tarree kudha afuraffaa irratti argamu.

na ma.dha.
GAO

hima keessatti bakka fudhataatti galee nama gulantaa tokkoffaa irratti dubbatamu kan agarsiisu; Ati ...

na'uu
GAO

"rifachu " ilaalaa.

naacha ma.
GAO

bineensa bishaan keessati galuu, kan ilkaan isaa akka magaanii, kan eegeen butee nama nyaatu, kan go...

naafa ad.
GAO

kan nafti hir'uu, kan dhaqni isaa guutuu hintaane; Namni miilla naafaa danda'ee karaa fagoo hindeemu...

naafachiisuu go.
GAO

akka naafatu gochuu.

naafachuu go.
GAO

naafa ta'uu; Maal harkatu na naafatee?

naafessuu go.
GAO

Akka naafatu gochuu.

naafxaa ma.
GAO

waan akka bishaanii garuu bifti gur'aachaa, kan kurraaziitti naqanii bobeessan,kan konkolaataa adda ...

naala ma.
GAO

amalli tolaa ta'iisa, dambooba.

naalchuu go.
GAO

amalli akka tolu gochuu, damboobsuu, kasoomsuu; Horii amala hinqabne sossobbiidhaan naalchu.

naannawa da.go.
GAO

marsaa iddoo tokkoo, kan baay'ee utuu achi hinfagaatin bakka waan tokko jirutti marse argamu; Inni n...

naannawuu go.
GAO

1. itti marsuu, walakkeessatti irraa fagaatanii, bakk tokkoo ka'anii, hamma bakka irraa ka'aniitti w...

naannessuu go.
GAO

1. akka naannawu gochuu. 2. loliinsaan wal barbaaduu; Qotiyyoon wal naannessatti akka ija wal hinsee...

naannoo ma.
GAO

1.waan naannawu; Karaa naannoo hindeemin. 2. kan utuu hammeenya hinqabaatin gara hammeenyaatti hiika...

naasii
GAO

"nahaasii" ilaalaa.

naasisuu go.
GAO

naasuu itti dhageessisuu rifachiisuu.

naasuu ma.
GAO

sodaa guddaa duunyittii yookiin tasa namatti dhaga'amu, rifannaa; Du'a fira ofii yammuu dhaga'an naa...

naatoo ma.
GAO

bareedina utuu hinqabaatin, ilaalcha duwwaadhaan waan nama irraa nama gammachiisu, waan nama nama ja...

nabbabuu
GAO

"dubbisuu" ilaalaa.

Sponsors