Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
316 Jechoota
T,t
GAO

qubee Oromoo kan tartiiba digdammaffaa irratti argamu.

ta fu.
GAO

sagalee gocha irratti dabalamee nama dhaabbii lammaffaa yookiin sadaffaa qeentee ta'e agarsiisuuf ka...

ta'a ma.
GAO

1. wanti tokko waan biraatti geeddarama. 2. wanti tokko akkaataa itti jirutti argama. 3. namaaf tola...

ta'uma
GAO

"ta'a" ilaalaa.

ta'uu go
GAO

1. wanti tokko waan biraatti geeddaramuu; burqituun walitti yaatu laga ta'uun beekamaadha. 2. namaaf...

taa'aa
GAO

"hudduu" ilaalaa.

taa'umsa ma.
GAO

hudduun lafa ga'anii boqacha hojii malee tura.

taa'uu 1 go.
GAO

hudduun lafa yookiin wayi irra ga'anii boqachuu.

taa'uu 2 go.
GAO

hojii malee turuu, hojii dhiisuu; Hojii malee taa'uu hiyyuma fida.

taabota ma.
GAO

1. amantii Ortodoksii keessatti muka abboomii kurnaniif ja'an kakuu moofaafi haaraa irratti barreeff...

taadhii ad.
GAO

tan daftee daftee deessu yookiin dhaltu; Sa'i taadhii'aan anaaniif odoo hintaane horuuf tolti.

taaffee buu'uu go.
GAO

Taaffee madaatti cobsiisuu; Ijoollee yeroo dhaqna qaban akka madaan qafee fayyuuf taaffee buusuu.

taaffee ma.
GAO

moora yookiin shinfaa dhadhaan makanii yookiin dhadhaa duwwaa baqsanii madaatti buusan.

taajjaba ma.
GAO

gocha yookiin haasaa hintaane irraa,kan ka'e tuffii yookiin gadi ilaalcha naf namaafqabaatu;Nama ham...

taajjabsiisuu go.
GAO

1. waan taajjaba namatti fidu hojjechuu, dubbachuu; Waan hintaane dubbachuun nama taajjabsiisa. 2. a...

taajjabuu go.
GAO

taajjaba keessa galuu yookiin tujjabni nama irra gawuu.

taajuma
GAO

"tujuba" ilaalaa.

taajura
GAO

"tujaara" ilaalaa.

taakkuu ma.
GAO

dheerina fiixee quba abbuuddu fi quba dheeraa gidduutti argamu; Lafa taakkuu tokkollee dabarsinee or...

taaksii 1 ma.
GAO

konkolaataa xixinnoo saantima kennaniifii magaala keessa namaan deemtu.

Sponsors