Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
ta'uu go
ta'uu go
GAO
Hiika
1. wanti tokko waan biraatti geeddaramuu; burqituun walitti yaatu laga ta'uun beekamaadha. 2. namaaf sifaawuu yookiin toluu; Dhugaatiin naaf hinta'u;
Daldalli naaf hinta'a 3. bifa qabu sana qabatee argamuu, muldhachuu; Wanti sun akkas hinta'u.
Sponsors