"hariifachuu" ilaalaa.
"baalchachuu" ilaalaa.
ayyaana warra ofii kan nama eega jedhamu, awwaliyaa.
"ha'oo" ilaalaa.
ha'oo duubaa kan dargaggummaa keessa margu, daadee.
1. ol fuudhanii darbachuu. 2. achi darbachuu.
qubee Oromoo kan tarree calqabaa.
Sagalee rakkinaa yookiin aarii.
akkaataa namoonni biyya tokko keessa jiraatan ittiin bulan, duudhaa; Aadaa Oromoo keessatti marqa...
akkaataa namoonni biyya tokko keessa jiraatan ittiin bulan, duudhaa; Aadaa Oromoo keessatti marqaa...
"haaddachiisuu" ilaalaa.
1. sagalee obboleettii yookiin haadhaan waaman. 2. obboleettii angafa.
"haaduu" ilaalaa.
miidhaa yookiin dhibee wayi irraa kan ka'e afuura kutanii kutanii baasuu.