waan akka sanduuqaa kan warqata yookiin kaartoonii irraa qopheessanii sijaaraa, mastiikaa, saamunaa,...
buusaa mukaa kan akka dabaaqulaa dheedhii isaa ibiddaan otoo hinbilchaatin keessa isaa nyaatan yooki...
1. wal gayii warra seera biyyaa baasanii yookiin seera irratti mari'atanii. 2. mana maree iddoo seer...
garee siyaasaa, kan ilaalchaafi imaammata (poolisii) tokko qabaatan keessatti qixaa'anii akeeka isaa...
nyaata qamadii irraa warshaatti qophaa'u, dheeraa qaqaldhaa ta'ee, affeelamee fal'aana (shukkaa) jed...
oduu fafakkeessanii, mimmiidhagsanii, akka yaada ofiitti galu ittiin taasisan, olola.
saayinsiifi aartii mootummaan ittiin biyya bulchu, siyaasa, taliiga; Ofiin of bulchina malee alagaan...
nama akka seera eegsisuuf mootummaan uffata uffisee,.qawwee baachisee, malamayyoo mataatfi gonfee, w...
waraqata yaada ofii i ratti katabanii nagaa yookiin waan tokko wal gaafachuuf waraqata akka kiiaiitt...