Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
365 Jechoota
W,w
GAO

qubee Oromoo digdamii sadaffaa.

wa'eela ma.
GAO

1. nama durba namaa kadhachuuf bakka abbaa bu'u; Seera Oromootti jaarsa waa'elaatu durba namaa kadha...

waa 1 ma.dha.
GAO

waan ta'e; Waa lafaa argattee? Waa hortee?

waa 2 ma.
GAO

hinta'u jechuu, miti jechuu; Deemtaa? jennaan waa hindeemu jedhe.

waa 3 ma.
GAO

sagalee ittiin nama doorsisan; waa! hardha siif wayya.

waa himaa ma.
GAO

nama waan si achii himu, raagduu; waa imaatu hin sooromta jedheen.

waa himtuu ad.
GAO

nama hooda himu, qaalluu; Waa himtuun yeroo mara dhugaa hindubbatu.

waa himuu go.
GAO

hooda himuu, waan fuul duratti ta'u himuu.

waa lama ad.
GAO

kana, san yookiin kan biraa.

waa malee ma.dha.
GAO

waan ta'e malee; "Waa malee manni hinaartu" Namni waa malee ofi hinajjeesu.

waa'ee ma.du.
GAO

akkaataa waan tokko yookiin namni tokko itti jiru; Waa'ee gurbaa sanaa nama hundatu beeka. 2. yaada ...

waabee 1 ma.
GAO

kanniisabishaan waraabu; "Waabeen nama hinidditu yoo kannisaa malee, beekaan nama hintuqu yoo gadi g...

Waabee 2 ma.
GAO

maqaa lagaa, kan biyya Arsiifi Baalee jidduu yaa'u.

waaccuu ma.
GAO

gosa mukaa.

waacila ma.
GAO

walitti waca, iyya.

waacilee ad.
GAO

kan iyya jaallatu.

waada
GAO

"waadda" ilaalaa.

waadachiisuu
GAO

"waaddachiisuu" ilaalaa.

waadachuu
GAO

"waaddachuu" ilaalaa.

waadamuu
GAO

"waaddamuu" 'ilaalaa.

Sponsors