Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
taajjabsiisuu go.
taajjabsiisuu go.
GAO
Hiika
1. waan taajjaba namatti fidu hojjechuu, dubbachuu; Waan hintaane dubbachuun nama taajjabsiisa. 2. akka taajjabu gochuu; Of duukaa nama fiddee dhufuun kee na taajjabsiisuufii? Taajjabuu go. waan namni dubbateef yookiin hojjeteef nama sana salphisanii ilaaluu, tuffachuu.
Sponsors