taabota ma.

GAO

Hiika

1. amantii Ortodoksii keessatti muka abboomii kurnaniif ja'an kakuu moofaafi haaraa irratti barreeffame, akkasumas kan isiliin (fakkiin) Goorgisii, Gabreelii, Maaramii, w.k.f. irratti tolfame kan gaafa ayyaanaa tabootni baatee bakkeetti baasanii deebisanii galchan. 2. bataskaana yookiin mana sagadaa, kan warri amantii Ortodoksii hordofani.
Sponsors