Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
naannawuu go.
naannawuu go.
GAO
Hiika
1. itti marsuu, walakkeessatti irraa fagaatanii, bakk tokkoo ka'anii, hamma bakka irraa ka'aniitti waliin gawuu; Maajelaan biyya lafaa naanna'e. 2. mataan namaa sirrii hojjechuu dhiisuu; Yoo baay'ee wacan mataan nama naannawa.
Sponsors