naannessuu go.

GAO

Hiika

1. akka naannawu gochuu. 2. loliinsaan wal barbaaduu; Qotiyyoon wal naannessatti akka ija wal hinseenneef wal irraa dhawu. 3. jaalalaaf olii gadi oofuu;Inni hamma isee naannessuu dhiisutti horii hinqabatu.
Sponsors