Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
naannoo ma.
naannoo ma.
GAO
Hiika
1.waan naannawu; Karaa naannoo hindeemin. 2. kan utuu hammeenya hinqabaatin gara hammeenyaatti hiikamu; Naannoo hinyaadini, sirriitti yaadi. 3. deebi'ee kan dhutu, dabaree; Amma ammoo naannoo keetii dhaqii tudhadhu; Naannoon sa'a tiksuu har'aa kan keenya. 4. iddoo, bakka, teessoo; Naannoo kam jiraattaa?
Sponsors