baabboo hallonaa ma.

GAO

Hiika

allaattii morma dheeraa garaa jala adii, kan yeroo koola kaasu waan nama sodaachisu fakkaatu;
"Waan akkanaatuu dhiira galaafate beeka, jedhe kan baabboo hallonaa dheesse"
Sponsors