Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
dhala namaa ma.
dhala namaa ma.
GAO
Hiika
dhala yookiin ilmoo nama biraa, kan dtii kan hinta'in, dhala ormaa; Dhala namaa guddittee akkasumaan wajjin rakkatti. 2. nama maal naan jedhuu beeku,kan waayee mataa isaa duwwaa utuu hinta'in waayee nama biraas yaadu; Ati dhala namaa utuu taatee hamaa akkasii natti hinhojjettu.
Sponsors