Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
dhalachuu go.
dhalachuu go.
GAO
Hiika
dhalli garaa keessaa gara alaatti bawuu,ilmoon garaadhaa baatee jireenya lafaa calqabuu; Mucaan siif dhalachuu dhiwoon dhagaye. 2. waanti kanaan dura hinjirre argamuu, uumamuu; Rakkinni dhalachuun hin'oolle.
Sponsors