dhalchiisuu go.

GAO

Hiika

akka dhaltuuf gargaaruu; Sa'a gargaaranii jabbii dhalchiisu. 2. horii namaaf liqeessanii dhala akka fidu gochuu; Birrii firaaf liqeessanii dhalchiisuun firummaa laaffisa.
Sponsors