dhallaa ma.

GAO

Hiika

dhaqna madayee fayye yookiin kan fayyee ammayyuu madaa fakkaatu; Fardi fe'umsaa dugda irraa dhallaa qaba, Fagaarri jeldeessaa dhallaa qaba. 2. mataa namaa kan dhukkubaan madayee rifeensi irraa dhumee bifti isaa bukoo fakkaatu, qaaqee; Namni mataa dhallaa hinfokkisa.
Sponsors