Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
dhaloota ma.
dhaloota ma.
GAO
Hiika
samummaa qabaatanii garaa haadhaa keessaa bahumsa; Dhaloota namaatu baay'ee nama dinqisiisa; Bara dhaloota kootii hinbeeku. 2. walitti dhufeenya wal irraa dhalachuudhaan namoota gidduu jiru, kan balbala warra ofii balbala biraa irraa addaan nama,baasu, gosa; Ati dhalooti kee warra kam? Ani dhalootaan warra Sayyooti. 3. namoota bara tokko keessa dhalatanii yookiin guddatanii jiraatan; Ijoollee dhalota ammaa; Dhaloonni durii dhaloota ammaa seenaa durii barsiisuutu irraa eegama.
Sponsors