dhallaadduu ma.

GAO

Hiika

gosa citaa keessi isaa akka hoffaa, kan Jafa dhaqdhaqii qabutti walitti tuuta'ee margu; Warri amantii ortodoksii hordofu sooma (tsoomii) hiikaatti dhallaadduu mataatti hidhatu.
Sponsors