dhala dabarfachuu go.

GAO

Hiika

mucaa yookiin dhala godhachuu; Dhala utuu hindabarfatin du'uun nama gaddisiisa. 2.utuu dhala hingodhatin yeroon namatti darbuu; Utuu hinfuudhin ijaajjite haftee dhala dabarsite.
Sponsors