dhala ma.

GAO

Hiika

1. waan lubbuu qabu, kan garaa namaatii(dubartii)yookiin horiitii, bineensaatii bawu, ilmoo; Dhala ofii eenyutu jibbaa? 2. ilmoon garaadhaa baha yookiin dayiisa; Dhala irratti qorri ishii rukute. 3. waannaa irratti bu'aa yookiin dabala argamu; Baankiin dhala malee birrii hinliqeessu. 4. biqiltuu shishifii tan haadha jalaan lattu; Bishingaan tokko ta'ee biqilee booddee dhala bukkeen yaafata.
Sponsors