dhalchuu go.

GAO

Hiika

nadheen (dhalaa) irraa ilmoo argachuu, uummachuu; Raggaasaan ilma dhalche. 2. liqeeffatanii dabala yookiin dhala wajjin galchuu; Birrii dhibba naa liqeessi, kudhan dhalcheen siif deebisa. 3. waan kanaan dura hinjirre uumuu, akka Jiraatu gochuu; ana koo deeme dhufeeti dubbii natti dhalche.
Sponsors