Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
lajaf jechuu go.
GAO

qabbanaa'uu, sabrii argachuu, gab jechuu; Booyicha irraa amma lajaf jedheera.

lakkaa'a
GAO

"lakkoobsa" ilaalaa.

lakkaa'achuu go.
GAO

waan ofii lakkaa'uu.

lakkaa'amuu go.
GAO

baay'inni yookiin lakkoofsi waan tokkoo beekamuu; Horiin kun lakkaa'amuu qaba ture.

lakkaa'uu go.
GAO

tokko, lama, w.k.f. jedhanii hamma isaa baruu.

lakki
GAO

"lakkii" ilaalaa.

lakkifamuu go.
GAO

gadi dhiifamuu; Barana hattuun biyyatti gadi lakkifamuun ishee maali?

lakkii da.go.
GAO

sagalee diddaa yookiin akka waa hintaane ittiin beeksisamu; Waawuu lakkii, hindeemne mana jira. 2. s...

lakkisaa da.go.
GAO

1. nama ulfina kennaniif yookiin nama baayeedhaan waawuu, mitil jechuu; Lakkisaa, ani isin hinwaamne...

lakkisiisuu go.
GAO

akka waan tokko hingoone yookiin akka waanti tokko hintaane gochuu; Maxxannee kana uffata koo irraa ...

lakkoobsa ma.
GAO

tokko,lama, w.k.f. jedhanii baayina ittin himan.

lakkuu 1 ad.
GAO

1. horii, namoota kun waan biraa kan haadhatokko irraa yookiin waan tokko irraa wal duukaa(wajjin) d...

lakkuu 2 ma.
GAO

lafee harkaa isa qilee gadi jiru.

lalee ma.
GAO

horii manaa kan wal fakkaattu, tan foon yammuu nyaatan ciinca'u, re'ee; "Walitti galeef wal irraa hi...

lalisa ma.
GAO

1. bifa biqiltuu kan itti tolee bayeessa ta'e;  araddaa irraa lalisa baannan ijjiisaa baafata. 2.bi...

lalisaa ad.
GAO

kan itti tolee marge yookiin guddate.

lalistuu ad.
GAO

kan lalisaa irraa mul'atu.

lalisuu go.
GAO

lalisa qabaachuu, guddina agarsiisuu.

lallaaftuu
GAO

1.Buddeena lasee tokkon nyaadhe. 3. kan amala gaarii nama hinquuqne qabu, kasoo; Lasee durbaa.

lallaba ma.
GAO

1.dubbii sagalee ol fuudhanii dubbatan; Ati lallaba malee dubbii hindandeessuu? 2.barsiisa macaafa Q...

Sponsors