lakkii da.go.

GAO

Hiika

sagalee diddaa yookiin akka waa hintaane ittiin beeksisamu; Waawuu lakkii, hindeemne mana jira. 2. sagalee ittiin sodaachisamu; Lakkii, siif wayyaa!
Sponsors