lalisa ma.

GAO

Hiika

1. bifa biqiltuu kan itti tolee bayeessa ta'e;  araddaa irraa lalisa baannan ijjiisaa baafata. 2.bifa waan ta'ee kan irraa bareedu; Biyya lalisa qabu daawachuun nama gammachiisa.
Sponsors