lakkuu 1 ad.

GAO

Hiika

1. horii, namoota kun waan biraa kan haadhatokko irraa yookiin waan tokko irraa wal duukaa(wajjin) dhalatan yookiin uumaman; Diribaa fi Dirribeen lakkuu dhalatan. 2. bishaan burqaa tokko irraa bakka lamatti faca'ee yaa'u.
Sponsors